Iyesuus Kiristoos
kaleessas har’as
amma baraa baraatti
Hin geeddaramtu
hin jijjiramtuu
Sanumaa ati sumaa x8
Barri dhufee darbus amanamummaa kee
(Sanumaa ati sumaa)
Tasa hin geeddaramuu ho’aa jaalalli kee
(Sanumaa ati sumaa)
Amalli dansaa haalli sin jijjiirree
(Sanumaa ati sumaa)
Isa kaleessaa achi dhiisee
Yaadannoo isallee balleessee
Haalota irran tarkaanfachaa
Nan adeemaa ariifachaa