Haala namarseerraa yeroon ol kaasuu qalbii koo
Garakee yeroon ilaalu naa haareffama abdiin koo
Lubbuun koos gammaddi boqottiim jaalalakeetiin
Michuukoorraa hoomtuu gargar nan baasu jetti
Eeyyee…
Abbaakoo ergan siin baree hiika jaalalaa hubadhee
Madda nagaa hundee gammachuu an baguman si argadhee
Ammas garaa koo guutuudhaan fedhakoon siwaaqqeeffadhaa
Jajannaan kee na harkaa hin dhumuu fayyisaa koo sin jaalladha
Jaalalakee faarsee hin quufuu jaalalakee
Amalli kee anan nan quqneem amalli kee 2x
Akka har’aa hin turree seenaan koo sinan haara’e Abbaa koo
Siinan miidhagee tottolee naaf urgeessite foolii koo
Gaarii naaf ta’ee hundumaafuu an sinan maqaa waammadhaa
Ayyanaan na midhagsitee na fayistee sin jaaladha 2x
Jaalala kee faarsee hin quufuu jaalala kee
Amalli kee anan nan quuqne amallii kee 4x