Jireenyakoo irraatti manakoo irratti
Yesuus moo’eraa ani kaansaati (x2)

Wanti natti bade hin jiru
Natti toleen jiraadha kunoo
Kristoosiin naaf keenameera
Qabeenya koo ta’e guuteera manakoo

Na gamamchisa x3
Cal jedhee na gammachisaa
Na farfaachisa x3
Hafuurriisa na farfaachisa

Akkataa jireenyaakoo geddaraamee
Foolii haaraa tokko natti goodhamee
Waaraqaa eenyuummaakoo jijiraamee
Hafuura qulqulluudhaan guutamee

Abba Abba na jeechisisaa
Yesuus Yesuus na jechisisaa, hafuurrisaa x2

Na gamamchisa x3
Cal jedhee na gammachisaa
Na farfaachisa x3
Hafuurriisa na farfaachisa

Ebba hafuuraa waan waaqaarraan na eebbisee
Mucaa koo nan jedhe offiitti na aansee
mee maal natti hir’isee

Kan oofisaa na goodhate
dhimma kankkoo hundaa dhuunfaatee
Waaqayyoo yesuusii anaan guddaa na jaalatee
baadhafameeraa anii ulfinaan na argaatee

Yesuus Yesuus jedha jireenyiikoo
Yesuus Yesuus jedha mannikoo isa, fooliinkoo (x2)

Haafuura nagaa kan booqonnaa
Haafuura nagaa kan faayinaa
Haafuura nagaa kan taasgabbiidhaan
guutameeraa lammi waaqarraa taa’eera

Yesuus Yesuus jedha jireenyiikoo
Yesuus Yesuus jedha mannikoo, isa fooliinkoo (x2)

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *