Ergan sitti siqee an argadhee bakkaa Abbaa hundaan guutuu ati ulfaadhu kaa Kallattii kam irraanuu situ ana geggeessa Ayyaanaaf araara keetu ana marsa Qixxee hin qabduu hiriyaa/3x Sin moosisa halleeluyyaa
Maal akkamittiin dagatuuAkkamiin irraanfatamaaGaarummaan ati naaf gooteeGargaarsi bara ijoollummaaNa keessaa hin baduu matumaaHin dagatamuu matumaaNa keessaa hin baduu matumaa Olmaa…
Si qabaachuun si wajjiin jiraachuuniiAkkam gaariidhaa fooliikeen wal baruuniiGooftaa koo sit na keessa jiraataaHafuurrii kee lubbuu koof nagaa laataa Nagaan…