Si biraa labsiitu ba’eemi
Misiraachootu na ga’eemi
Yaadni diina koo fashalaa’ee
Jiraachuun kan koo mirkanaa’ee

Anaaf waaqarraa gadi buutee
Yesuuse kiyya x2
Afaan leencaa keessaa na fuutee
Yesuusee kiyya x2
Si’i malee barruun nama baatuu
Yesuusee kiyyaa x2
Si waliin jaawwee nama hin nyaatu
Yesuusee kiyyaa x2

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *