Ka’umsaa kootiif sababan  beekuu

Mi’eeffannaa koof harkan an eeguu dha ati yesuus
 

Nagaa nagaa koo hundee jireenyaa 

Amanannaa koo yesuus sit naaf qabeenyaa

Hoo nagaa nagaa koo x2

Haadhaaf abbaa koo

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *