Yaa isa dumeessa gubbaa jiraattuu
Ejjennan kee lafaa
Utuuti abbaa koo taatee jirtuu
Maalan ija haafawaa

Leenci saafelaa beela’ullee
Namnii keef waanta gaarii ta’aa

Hin hafuu waan garaan koo abbalee
Hundumtuu wal gugguuree dhufaa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *