Yesuus koo abbaa oolmaa koo
ani hin dhiisuu amanannaa koo
argeera an gaarummaa kee
eenyu ga’aa anaaf amma kee

Abbaa jechuu ani siinan argee
kattaa hin sochoone ani siinan argee
gaaddisaso ani siinan argee
waaqa jabaa ani siinan argee

Sin jaalladhaa sin mararfadha
Akka qumbiittii sin guduunfadha

Siin jaalladhaa x6

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *