Kan kee narra baayyataa (2)
Ati ulfaadhuu ulfaadhu Gooftaa (2)
Sammuukoo gararraa ta’ee
Gochaankee anarra ba’ee galatakee (4)
Kan akka Waaqayyoo hin jiruu (3)
Kabajamuuni isaaf ha ta’u
Ol’aantummaanii isaaf ha ta’u
Qixxee hin qabu kan ittiin qixxeessinuu
Fakkaattii hin qabu kan itti fakkeessinuu